诗篇 117

万国啊,你们都要赞美耶和华

Saboonni hundi Waaqayyoon jajadhaa; isin namoonni hundinuu isa leellisaa. 2Jaalalli inni nuuf qabu guddaadhaatii; amanamummaan Waaqayyoo bara baraan jiraata. Haalleluuyaa.

已复制!
Aa