시편 134

밤에 여호와를 송축하라

Faarfannaa ol baʼuu. Isin tajaajiltoonni Waaqayyoo, warri halkan mana Waaqayyoo keessa tajaajiltan hundinuu, Waaqayyoon galateeffadhaa. 2Mana qulqullummaa keessatti harka keessan ol qabaatii Waaqayyoon galateeffadhaa. 3Waaqayyo samii fi lafa uume sun Xiyoon irraa isin haa eebbisu.

복사됨!
Aa